27/07/2023
Adanech Abiebie- አዳነች አቤቤ kantiibaa dubartii jalqabaa magaalaa Finfinnee magaalaa tana roga hundaan jijjiiraa jirtuudha. Finfinnee warri kaleessaa irraa saamuu malee misoomsuu irraanfate misooma gamhundaan hojii boonsaa hojjachaa jiru. Kantiibaa teenya jabaadhu hojii boonsaa hojjachaa jirtaniif isin waliin jirraa.