Anis dhugaa faana dhugaanis nafaana

Directions

Anis dhugaa faana dhugaanis nafaana Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anis dhugaa faana dhugaanis nafaana, Hotel, Ethiopian, Dambi.

01/10/2025

Dubbii miindaatu dabalama jedhamee qaala'iinsa jireenyaa dabalsiise akkam ta'ee?

15/09/2025

Ani akka imaammata yeroo duraatti kutaa 10tti matirikkii fudheen yeroo bilbilli hin turreefi walirraa hojjechuun baayyee eegamuufi dismisal qaqqabsiisu sanatti garbichi abbaa koo ofuma koof qu'adhee ofuma koof 3.8 galmeesseen gara kutaa 11ffaatti darbeen ture.haata'u malee yeroo sanatti haalli economy itti fufee barachuuf waan na dhorkeef beeksisa dorgomee kooleejii galee dhaabbata mootummaa keessa qacaramee dalagaa jira .Har'a waggaa 9ffaa koo ta'a.barnoota koos akkuma isaatti sadarkaa digirii itti dabaladheera sponseruma dhuunfaa koo ta'us .mee amma ituun ka'ee 11th galmaa'ee entrance akka gaaratti namni ilaalu 100% ofittan amana dhbba 5 ol hinuman deebisa.umuriin koos akka gaafichaa hin jiru .kun immoo bakkan har'a jirurra waan si fayyadu qabamoo hin qabu naan jettu mee namni maxxansi kiyyaa kun isin qaqqabe.yaada keessanan barbaada.

11/05/2025

Kan dhibamee mana yaalaatti yaalamee hin beekneefi Fira Aantiifi Daa'ima isaa yaalchifatee hin beekne mi'aa hakiima hin qabus ,dandeettii isaaniif waaqni kennes hin dinqisiifatu. Isaan Akkanaatiif waan jedhan yoo jedhan iyyuu itti hin murtaawuu guyyaan isaaniif galu dhiyoo waan jiruuf.dhugumaan immoo gaaffiin ogeeyyii kanaa dhuguma namatti dhaga'ama isaan Fayyaa Hawaasa biyya kanaa eeguuf kan dhaabbatan sadarkaa qulquleessituu, waardiyyaa hanga sub ispeeshalist tti hojiin isaanii wal malee kan hin milkoofneefi galmi isaaniis tokko kan ta'e waliin mirga isaanii gaafachuun cubbuu homaatu hin qabu. Kun kana ta'ee ituu jiruu qaamni dimma Siyaasaaf dhimma itti bahanis irraa nuuf haadhaabbatan. Alkallttiin tarii waanti Kun hiikoo siyaasaa qabaachuu Mala garuu, namootni Kun dhugaan isaanii ilaalamee rakkoon isaanii ilaalamee gaaffiin isaanii dhaggeeffatamee deebii argachuufii qaba. Kana uummatnis ofiif jedhee deggeruu qaba.

22/01/2025

Good morning my country?

01/04/2021

Baacoo Guyyaa Har'aa
Abbaatu ilma isaatiif mana adabaatti xalayaa
barreesseefii akkas jedheen jedhama"Abbaa ilma isaa
nagaa gaafachuun dursee itti aansuun yaa ilma koo ani
bara kana lafa qonnaa qotuu hin dandeenye gaafa ana
bira turte ani beeka akkati itti na gargaaraa turte bara kana
garuu mishingaas ta'ee mixaaxisa qotuu hin danda'u jedheen
jedhama."ilmi isaas akkas jedheeni deebiseef"Abbaa koo iddoo
qonnaa sana qotuusaa iyyuu yaaduu hin qabdu,sababni isaas ani
qarshiin hataa ture hundayyuu achi keessa awwaalaa waantan tureef
achi qotuu hin qabdu" jedhee barreessee deebiseef.Hidhamtootniifi
poolisootni mana adabichaa kana dhagahanis ganama bariituu gasoofi
akaafaa guuranii qarshicha barbaachaaf jecha araddaa abbaa hidhamaa
kanaa qotanii waliin gahan .guyyaa itti aanu ilmis abbaaf bilbilee abbaa
amma oomisha kee facaasuu dandeessa.kun hojii gaarii an astaa'ee siif
hojjedhee dha jedheen.
Abbaa:"Ahaa ilma koo ammallee ati cimaa dha.mana adabaa keessallee
teessee poolisiifi hidhamaa ajajjee akka naaf dalagan goote.Waanan amanuu
hin dandeenye ture hidhamaafi poolisoota akaafaa fi gasoo baatanii iddoo maasa
kiyyaa qotan yeroon arge.akkuma kana yeroo oomisha sassaabuus siifan kataba
jedheen jedhama.
Ergaan Isaa:namni kamiyyuu sammuu kee hidhuu akka hin dandeenyee dha.
Maddi kanan dubbise irraa.

03/11/2020

🙏nagaan isiniif🙏

"Gaala yoo gaafattu jeedala ta'uu kee hin dagatiin"

Gaalli akkuma lagicha ce'een jeedallis ce'uuf dhufee waa'ee gadi fageenya lagichaa baruuf gaala laga gama jiru gaafate.
Gaalichis gadi fageenyisaa hanga jilbaa gaha jedhee itti hime.

Jeedallis hanga jilbaa qofa erga ta'ee nan liqimsu jechuudha jedhee ce'uuf lagicha seene .haala nama gaddisiisuun isa liqimsuu eegale ...
Ammaan kana jeedalli gaalaan akka goyyomfame hubatee humna qabu hundumaa fayyadamee nyaatamuurraa of oolchee bakka duraan turetti deebi'e.

Jeedallis miira aariitiin guutamee "in si dhukkubaa? Gadi fageenyisaa hanga jilbaa gaha naan hin jennee?" Jedheen.

Gaallis "eeyyeen ani jilba kootti malee yoom jilba keetti siin jedheree?" jechuun deebiseef jeedalli kan durasaa muuxannoo qabu gaafachuunsaa sirriidha haa ta'uyyuu malee eenyummaasaa dagachuunsaa dogoggora ture. Gaallis muuxannoosaa hiruun sirriidha eenyummaa jeedalaa dagachuunsaa dogoggora.

✍namootni 2,n yoo waliin dubbatan haala beekaniin yoo haasahan iyyuu muuxannoon isa 1 isa kaaniif furmaata ta'uun dirqama miti.
Haa ta'uyyuu malee haalli jireenya isa 1 isa kaaniif daandii badinsaa ta'uu waan danda'uuf
of eeggannoo haa taasisnu.

03/11/2020

♡ GARRAAMOTA KEESSAA 1 AKKAS JEDHA.

⇨ damma inni gurguru qomxaaxxee isa gurguruun akkas jechuun gaafate.

⇨ namni maal ta'eetu anaan dhiisee sirraa kan bitu?

Inni qomxaaxxicha gurgurus.......

⇨ ani qomxaaxxicha afaan damma ta'een yoon gurguru.


Atimmoo damma ...afaan qomxaaxxee ta'een waan gurgurtuufidha jedhee deebiseef .

25/05/2020

Authority readies 1.2 bln. coffee saplings for upcoming rainy season
*****************************
(EPA)
ADDIS ABABA- The Ethiopian Coffee and Tea Authority announced that 1.2 billion improved coffee saplings have been readied for transplantation by the upcoming rainy season.

Authority’s Coffee, Tea and Spices Extension Director, Berhanu Tsegaye, told The Ethiopian Herald that the improved saplings will be planted on 280,000 Ha of land this rainy season.

The efforts exerted thus far resulted in the preparation of 42 improved coffee species, and among the saplings prepared for this year, 35 of them represents the improved ones, according to him.

He also indicated that old coffee trees will be pruned to improve their production while saplings that were planted last year and did not survive will be replaced as well.

As new coffee saplings were transplanted on a 79,000 Ha of land last year, whilst follow-ups are being carried out in every quarter of a year, he added.

Further, Berhanu said the transplantation of the saplings takes place in Oromia, Southern Nations, Nationalities and Peoples, Amhara, Gambela, Benishangul Gumuz and Tigray States.

For more https://www.press.et/english/?p=22719 #

25/05/2020

Ethnic, regional-sentiment based political parties advance polarization
******************************
(EPA)
Most major political parties organized along ethnic and regional lines arouse the danger of mutual mistrust and polarization. A proper resolution through dialogue and education is not only decisive for deepening and broadening the democratic unity of Ethiopia; but also an agenda long overdue, so said by scholar.

Former United Nations Policy advisor in New York, Dr. Costantinos Berhutesfa said that if the recent elections and the compartmentalization of reaction to them is any indication, one must question whether there is unity and solidarity of our communities, sufficiently strong to allow the free play of competitive interests. The political experiment so far tried may have been seen to reinforce the ethnic division in the society and aggravate group polarization. As a result of this, there is nowdeep division and heated debate about the wisdom of ethnic based politicization of the country.

He went to say that some groups in the political system advocate and press for the regional administrative division of the country along ethnic lines as a realistic and lasting solution for the country›s ethnic problems. While many others fear and worry that, this would jeopardize the country’ unity and ignite centrifugal implosion of the nation.

He indicated that it does not mean that Ethiopias ethnic heterogeneity will inevitably lead to the breakdown of the democratic process. Multi-party democracy is not incompatible with national unity and in fact if it is well adhered to, might be a lasting remedy to the problem of ethnicity. Moreover, there are too many instances in the history of the country, which prove the transcendence of ethno-centrism, and narrow linguistic and religious affiliations, which could be quoted as examples.

For a lot of intellectuals that have grown to idolize our blood-soaked nation, a much tortured earth that is proud of its tenacity and strength of struggle against both internal and external tyranny, we see it as probably the only fair stamp of the varied trajectories of our Ethiopianness. For those compatriots that have paid in blood, their country speaks in tongues with its varied peoples, but its language is universal. It speaks against the cruelty of privilege, of intolerance, and that nation-consuming power-lust that has equally corroded the essence of leadership, he added.

According to him, it has brought to light that power cannot be negotiated: that it must be tamed. It is an acquired instinct to recognize differences between the rulers and ruled, between dominance and free will and between coercion and collaboration. It is to identify the correlation of all such polarities with the rights and responsibilities of the individual within the community; of which every individual is not simply a part, but a fundamental unit.

For more https://www.press.et/english/?p=22847 #

Address

Ethiopian
Dambi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anis dhugaa faana dhugaanis nafaana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category